Dhaamsa_QBO

Dhaamsa_QBO

“#Hubachiisa Dafaa sher godhaa oromoo hundaan naafga’a Uummaata oromoo maraaf! Yeroo amma kana mootummaan EPDRF labsii yeroo attattamaa Dhimma sakkatiinsa WBO irratti labse waan jiruuf akkasumas Raayyan ittisa biyyaa ajjeecha uummaata oromoo fi qeerroo ukkaamsuu irratti xiyyeeffate waan jiruuf QBO Tarkaanfi of irraa ittisaa fudhachuuf qophii
xumuree jira. Kanaaf uummaanni keenyaa guutu oromiyaa keessaa magaalas ta’e Baadiyaa jirtan Guyyaa har’a jechuu 12-14 ti waan torban tokkof isin barbaachisuu guutattanii Wiixata(15/4/2011)- wiixata
(23/4/2011) sirni gabaa lagganna waan geggeeffamuuf akka irratti qophooftan isin beeksisna.

Hubachiisa

1,Guyyaa kana keessatti sochiin konkoolaata tasuma geggeeffamuu hin
qabu.
2, uummanni keenyaa guyyaa jedhame kana haala kamiin iyyuu of qopheesse diina hidhate itti bobaa’a jiru kana of irraa ittisuuf kallatti kamiin Qophiin taa’u qaba.

QBO_IRRAA!

HORA BULA GADAAN GADAA BILISUMAA!”

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.