Shirri kaleessa dalagamaa ture har’aaf barnoota malee burjaajessaa miti.

Oduun dhoksaan dhagahaa jirru maqaa waraana bilisummaa oromoo balleessuf shirri bixxilamee qophaahaa jira.
Naannoo lixa oromiyaa kanatti namoota 20 garee lamaan nama kudhan kudhaniin qopheessaniiru. Garee tokko WBO garee tokko immoo waraana TPLF kan dhalootan tigree ta’an. Sana booda akka waan iddoo tokkotti dhuunfatanii fakkeessun miidayaatti baasanii hololuun akka waan WBO fi tplf waliin jiraniitti hololuuf qophii xummuraniiru. Waa maraafuu ummanni keenya dhabnisaafi waraannisaa eenyu akka ta’e waan beekuf shiraaf holola kamiifuu akks hin jilbiinfanne wal hubachiifna.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.