Of Eeggaannoo Qeeroo

Muddee 24/2018. Of Eeggaannoo Qeeroo Aanaa Jimma Horootif. Humnii waranaa Wayyaannee gannaamaa haraa naannoo gara Nakkaaroo irraa bufaatee turtee halkaan kana sa’a 3:30ti kaastee Ganda kaba sayyooti gadi namiitee waan jirtuuf qeeroon gandiichaa keessaa jirtaaniif Magalaa Arojii Waddoo of egannoo akkaa gottaan. Dabalaatan humnii magalaa Nuunnuuti haftee keessee yeroo ammaa kana Ganda Koyyee keessaa demaa wan jirtuuf Ganda Koyyee fi Gomboo keessaa kan jirtaan Qeeroon Billisumaa Oromoo fi hawaasni Keenyaa akkaa of egaannoo gotaan cimsinee isiin hubaachifna.

Leave a Reply

Fill in your details below or click an icon to log in:

WordPress.com Logo

You are commenting using your WordPress.com account. Log Out /  Change )

Google photo

You are commenting using your Google account. Log Out /  Change )

Twitter picture

You are commenting using your Twitter account. Log Out /  Change )

Facebook photo

You are commenting using your Facebook account. Log Out /  Change )

Connecting to %s

This site uses Akismet to reduce spam. Learn how your comment data is processed.