News

Kabajamtoota ummata oromoo kibbaa oromiyaa hundaaf.

Kabajamtoota ummata oromoo kibbaa oromiyaa hundaaf.
Duuli mootummaan naannoo oromiyaa ofiin jedhu, WBO fi Ummata irraatti lolaa labsee jabeesse akka itti cimee ni hubaattan jennee amana. Duula kan of irraa ittisuuf fi ummata irraa ittisuun WBOn wareegammaa akka baasa jiru isiin dhoksaa miti.isiin tarkaanfii of ittisuu WBO wajjiin akka fudhaatan isiin ibsiina.
Gabaa laggaanan guutu oromiyaa irraatti akka deema jiru ni beektu.kanaafuu nuttis akka godina kanatti guyyaa ##Roobiidhufu irraa eegaluun tarkaanfii keenya milkeessuu qabna.taarkaanfiin fudhachuu qabnu keessa:
1/Karaa bakka barbaachisuutti cufuu.
2/Sochii magalaa keessa dhabun gabaa laggaana gochuu.
3/Qaamni mootummaa kammiyyuu akka sochii hin gonne ibsaa kennu.
4 /Waajjirii mootummaa kammiyyuu akka cufamuu.
5/Mana amaantii keessatti kadhanaa sabaaf akka godhaan.
6/Namoota diina wajjiin sochii godhan hodofuun tarkaanfii irraatti fudhachuu.
7/Humni poolisaa fi milishaaWBO wajjiin akka lolu dhibbaa godhu.
8/Namoota lola fi sochii irraatti mootummaan midhee shaafisaan
yaaluu.
9/Addaatti hiriiraa dubartoota fi qaarree kophaatti oogummaan qopheessuu.dhimaa irraatti bahan ammoo boru galgalaa isiin ibsiina.

HUB##

  • Raawwii armaan olii raawwachuuf ,walii galu fi wal danda’uun barbaachisaadha.
  • Sabaa fi sab-lammii irraa icciitti ofii tiksuu.
    -warrii magalaa moyyalee gabaa laggaana qofa isiin irraa ergana.
    -karaan ammoo halkaan guyyaa boru,Xaxxeessaa irraa ,asii ol cufamuu qaba.
    Wantii nyaata dhugaatti barbaachisuu hundi guyyaa boru qophii godhachuu qabdu.

HUB

Ummatni naannoo Gujii gad- dhiiba .Booraanni ammoo ol dhiiba,WBOn ammoo akka tiitee qabe micirsaa.gidduutti lubbuu keessa baasu qabna.
I.U.Of!!!!

NAJJOO IRRAA

NAJJOO IRRAA

HUBACHIISA :-

“Uummatnii keenyaa jireenyaa gabrumma jibbitaanii akka utuu
hojjiin isiin maraaruu ajjaajjaa nama kamiiyuu osoo hin
fudhaatiin offi keessaaniin bektani rorroo baroota dheeraa
kana ofiraa mulquuf jecha manneen hojjii kessaan cuftani
diinaa gara gubdaani akka tokkuumma kenyaa agaarsiiftani
hunduu ni bedkaa
Nu boonsitanituu hedduu galaatooma jecha
Isaa Guyya har’a RIB bori namni manaa daldaala isaa hin
banatuu taannaan hangaa ji’aa tokkooti banachuu hin danda’uu
jettu sana bantanii yoo argamtaan diina gara of barsiisuu waan
ta’uuf akka kaayyoo diinaa galmaan hin genyee isiniin jena
Waa’ee qabeenyaa dhunfaa ofi qaamni kamiiyuu banadhu
cufadhuu jedhe nama ajjaajjuuf mirgaa kan hin qabnee ta’uu
isaa namuu ni beekaa
Silaas karroora jireenyaa namni itti jiratuu RIB tu baassa miti
waan ba’ani fi hojii ediilee isaani dagatan ta’a malee
Kanaf wal dhagetiidhaan guyaa itti hundumtu hojjii edilee isaa
banachuu qabuu akkuma magaala Nannoo kenya jiraniti gochu
qabnaa waan guudda hojjeettaani waan xiqoof nama ijja
keessa of hin ilaalsiisiina
Tokkuummaa kessaan akkuma har’a ibsaa oltaanijti cimsa
galattooma !!!”

ከጌታቸው

ከጌታቸው አሰፋ በፊት አባ ቶርቤ ተያዘ?

ኦሮሞ ተለምኖ አንድ አይሆንም፤ኦሮሞ አንድ ነው! ይልቅ ያዙን ልቀቁን የሚሉ ግለሰቦችና ፓርቲዎች ህዝቡን እንዳያስጨርሱ ይጠንቀቁ፡፡ ህዝብ ከተጎዳ ማንም ከተጠያቂነት አያመልጥም፡፡ ኮዬ ፈጬም አንድነታችንን ይጎዳል ዝም በሉ አሉን፤ሞያሌ ስናነሳ አንድነታችንን ይጎዳል ይላሉ፤የወለጋን ጉዳይ ስናነሳ አንድነታችንን ይጎዳል ይላሉ፤ስለ ፊንፊኔ ስናነሳም አንድነታችንን ይጎዳል ይላሉ፤ ስለኦሮሚያ ፖሊስ ስናነሳም አንድነታችንን ይጎዳል ይላሉ…..የኦሮሞ ህዝብ 150 አመት ሲዋጋ አንድነቱን አላስነካም፡፡ ይልቅ ሆዳም ካድሬ የዘረፈውና የገደለው እንዳይወጣበት ጧትና ማታ መፎከሩን ያቁም፡፡ የኦሮሚያ ሌቦችና ነፍሰ ገዳዮች ለፍርድ እንዳይቀርቡ በየሳምንቱ ርዕስ ይሰጡናል፡፡ አሁንስ በዛ! መጨረሻችሁ አያምርም፡፡ ለህዝብ ከቆማችሁ በተግባር አሳዩን! ከአባ ቶርቤ በፊት ጌታቸው አሰፋ ይዛችሁ ለፍርድ የሚታቀርቡ መስሎን ነበር፡፡

AGOONTU…

Agoontu Ma ahan Heego.


Acknowledge The orphans or free them please. They missed their Heros.

Waa mustafe cagjar oo xataa agoontii deegaanka ee uu CMC dabka ushidi jiray kabacaysan wuxuuna kuleeyahay heegaad tihiin ee tolow cid walba ma heego iyo xukuumadii horaa?? Hooskiisuu kadidsan yahay maadaama uusan si xalaal ah iyo cod shacabtoona ku imanin. Wallee waa yaab oo mayara.

ሰበር ዜና

ሴት መስሎ ህጃብ በመልበስ ቦንብ ይዞ ወደ ኦሮሚያ ፖሊስ ማሰልጠኛ መዕከል ልገባ ስል በዛሬው እለት የተያዛ የኦነግ አባል!
ኦነግ አሸባሪ የወያኔ ወኪል ነው!!

GUDOOMIYIHII URURKA OO ISCASILAY

IPHONE8 AND PIZA

Sida ay wararku nagu soo gaadhayaan waxaa wakhti xaadirkan iscasilay gudoomiyihii ururka IPHONE8 AND PIZA mudane Cabdirashiid Cali Shucaac iyo waliba kuxigeenkiisii mudane Caydaruus Axmed Cabdi.

Wali lama shaacinin sababta ay xilalkii ururka isaga casileen gudoomiyaha iyo kuxigeenkiisu balse waxaa loo badinayaa iskudhac kayimid labada xisbi ee iphone8 iyo waaqwaaq oo kuheshiiyay inay iskudarsamaan si ay ONLF meesha uga saaraan ayaa waxaa la isku afgaran waayay kadib markay onlf booska kasaaraan sidii ay xilalka uwadaagi lahaayeen, muran maalmo qaatay kadibse waxay labadan mas’uul utanaasuleen maadaama uu xisbigoodu labadooda oo kaliya ahaa inay iscasilaan si uusan xisbigoodu usii jirin islamarkaana ay dhulka lagalaan xisbiga waaqwaaq ee uu gudoomiyaha kayahay Khadar jigre Mr. Dibiro wayne(Buufaa) oo rabay inuu awood qaybsi kuyeesho hogaaminta onlf.

MAXAA LAGU HAYSTAA??

MAAME XORIYADIISA HA HELO.

Mustafe cagjar ma wuxuu uhaystaa Maxamed yare, darawalka miskiinka ah ee shaqo la’aantu udheer tahay, CMC oo aad unebcahay iyo Axmed shide oo aan iskudhacsanahay muxuu sawirka ula galay? Mise sawirada eeguu moodayaa inuu wiilku lagalay?

War inay xili hore ahaayeen usheega oo uu cmc xidhan yahay, Axmed shidana uu kakoreeyo.